RSS Amplifier

Blog

OBN

Oromia Broadcasting Nework

obn.com.etSource feed ↗10 posts

Failing Last read · last published · next check
Last read successfully 8 days ago; attempts since then have failed.

Written by

Latest posts

Warshaan baala shaayii Oromiyaa dhugoomaa jira.

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018. ‎Inisheetiiviin misooma baala shaayii Naannoo Oromiyaa keessatti hojjetamaa jiru qonnaan bultoota hedduuf madda galii, carraa hojii fi fooyya’iinsa jireenyaa ta’aa jira. ‎Godina Iluu Abbaa Boor, Jimmaa fi Buunnoo Beddallee keessatti qonnaan bultoonni hedduun lafa isaanii irratti baala shaayii misoomsuun oomisha yeroo dheeraa kennu kana irraa galii argachaa…

“Itiyoophiyaan rakkoolee waloo Afrikaa hiikuuf kutannoo cimaa qabdi.”Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21, 2018 Itiyoophiyaan walitti hidhamiinsa mootummoota Afrikaa cimsuufi rakkoolee waloo Afrikaa furmaata Afrikaan hiikuuf kutannoo cimaa qabdi jedhan, Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo. Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo, bu’aa fi barbaachisummaa walga’ii Idilee 49ffaa Koree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa ilaalchisee…

“Gamtaan Afrikaa fayyadamummaa ardichaa mirkaneessuuf hojjetaa jira.” Mahaammad Alii Yusuuf

‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 21,2018 Walga’ii Idileen 49ffaa Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa Finfinneetti taa’amaa jira. Walga’ichis mata duree ‘Galmoota Ajandaa 2063 milkeessuuf, dhiyeessii bishaanii itti fufiinsa qabuu fi sirna eegumsa qulqullinaa (saniteeshinii) mirkaneessuu” jedhuun taa’amaa jira. Taa’aan komiishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yuusuuf walga’icharratii ergaa dabarsaniin…

“Africa Must Become a Strategic Actor in a Changing Global Geopolitical Landscape” :Dr. Gedion Timothewos

OBN Cyber Media -July 28, 2026Ethiopia’s Minister of Foreign Affairs, Dr. Gedion Timothewos, stated that Africa must position itself as a strategic actor amid the rapidly evolving global geopolitical landscape.Speaking at the opening of the 49th Ordinary Session of the Executive Council of the African Union, which commenced today in Finfinne, the minister emphasized that […]

Towards connecting humankind with its origins via Africa’s ultra-modern airport.

OBN CYBER MEDIA July 25,2026 Ethiopian Airlines Mega-airport is envisaged to impel not only the Airline to Global Aviation Leadership but forge airport cities conducive for global companies to operate across African, European and Asian markets. It is also expected to transform connectivity and exchanging of business opportunities globally. The Bishoftu mega airport – presently […]

“‎Aadaan Kenna tajaajilaa hundeerraa akka jijjiiramuuf hojjetamaa jira.” Obbo Awwaluu Abdii

‎‘OBN Cyber Media’ Adoolessa 18,2018 Aadaan Kenna tajaajilaa hundeerraa akka jijjiiramuufi Itti quufiinsi Ummataa akka mirkanaa’uuf mootummaan aangoo gad buusaa jira jedhan, Pirezidaantii itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii. ‎‎Sagantaan Ifoomsa Hojiirra Oolmaa Riifoormii Tajaajila Mootummaafi Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bishooftuutti qophaa’eera. Hoggantuun Biiroo…

Commission: Ethiopia’s National Dialogue Making Significant Progress through Inclusive Deliberations

OBN Cyber Media: July 25, 2026The Ethiopian National Dialogue Commission says the country’s historic national dialogue has entered a crucial stage, with thousands of delegates actively engaged in structured discussions aimed at forging broad national consensus on Ethiopia’s most pressing issues.In a statement delivered to the media, today, Chief Commissioner Professor Mesfin Araya emphasized that…

GERD Africa’s Beacon of Energy Independence and Shared Prosperity.

OBN Cyber Media 25 July 2026The Grand Ethiopian Renaissance Dam (GERD) is increasingly being recognized as more than a national infrastructure project. Across Africa, it is viewed by many as a symbol of the continent’s determination to finance, build, and manage transformative development projects using its own resources. As one of Africa’s largest hydroelectric power […]

National Dialogue!

All Stakeholder Groups Have Been Given Fair Representation in the National Dialogue Conference” :National Dialogue CommissionOBN Cyber Media | July 25, 2026The Ethiopian National Dialogue Commission says the ongoing National Dialogue process has ensured fair and inclusive representation of all stakeholder groups.Speaking on the process, the Chief Commissioner of the Ethiopian National Dialogue…

GERD: A Catalyst for Regional Integration and Shared Prosperity

OBN Cyber Media-July 24, 2026 The Grand Ethiopian Renaissance Dam (GERD) is more than a hydroelectric project. It represents a vision of regional cooperation, sustainable development, and shared prosperity in the Horn of Africa and the Nile Basin. As Africa’s largest hydropower project, GERD has the potential to transform not only Ethiopia’s economy but also […]