
BEEKSISA
BARATTOOTA SAGANTAA DIGIRII BARNOOTA XUMURTANII YEROO ADDA ADDAATTI QORMAATA BA’IINSAA BIYOOLEESSAA (NATIONAL EXIT EXAM) FUDHACHAA TURTANII HIN MILKAA’IIN JIRTAN HUNDAAF
Global College Official Website
Live Last read · last published · next check
Saves to your Listen queue, to pick up on another day or another device.

BARATTOOTA SAGANTAA DIGIRII BARNOOTA XUMURTANII YEROO ADDA ADDAATTI QORMAATA BA’IINSAA BIYOOLEESSAA (NATIONAL EXIT EXAM) FUDHACHAA TURTANII HIN MILKAA’IIN JIRTAN HUNDAAF

EEBBIFFAMTOOTA KOLLEEJJII GILOOBAALII SAGANTAA DIGIRIIFI TVET BARA 2011-2018TTI EEBBIFFAMTAN HUNDAAF

Baga Gammaddan! Baga Gammannee! Kolleejjiin Giloobaal yeroo ammaa kana Waldaa Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Giloobaal hundeessuun hojii eegaleera. Waldichi tajaajila qusannoo fi liqii ammayyaa, saffisaa, amanamaa fi seeraan deeggarame hawaasaaf kennuuf hojii jalqabeera. Mul’ata Waldichaa Bara 2020tti hawaasa keessatti Read More ...

Eebbifamtoota Kolleejjii Giloobaal Sagantaa Digirii fi TVET Bara 2011 hanga bara 2017tti Eebbifamtan hundaaf.


🚀 A Big Opportunity for Global College Students & Staff!Are you ready to code your future? Global College proudly invites YOU to join the nationwide “5 Million Ethio Coder” movement a bold initiative aiming to empower 5 million Ethiopian youth Read More ...

Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf mootummaan waggoottan darban xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuun isaa ni beekama. Haaluma kanaan, Yeroo amma kana Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii Dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa tajaajilaa jiran irra deebiin galmeessuun madaaluuf qophiin godhama jira. Dhaabbileen barnootaa olaanoo guddina Read More ...

Baga Gammaddan, Baga gammannee! Kolleejjii Giloobaal! Baga Jalbultii Guyyaa Eebbaa kan Marsaa 7ffaa guyyaa borii sirna ho’aadhaan kabajuuf deemnuun isin gahe! Guyyaa Sirna Ebbaa guddaa kanaaf sa’aatii 16 qofatu hafee jira! Eebbi kun, Adoolessa 19, 2017 galma guddaa Yuunivaarsiitii Amboo Read More ...

Kolleejjii Gloobaalii Amboo fi Ispoortii! Dhaadannoo Ispoortii Keenya Yeroo Hundaa – Ispoortiin Hariiroo Hawaasummaa Jabeessa, Tokkummaa fi Jaalala Dagaagsa! Kolleejjiin Gloobaalii Amboo, ispoortii sadarkaa guutuu qaamaa fi sammuu guddisuu irratti hirmaannaa cimaa fi deeggarsa cimaa taasisaa jiraachuun isaa beekamaadha. Kallattii Read More ...
